LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 35:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yeroo sanatti ijji warra qaro dhabeeyyii ni banama,+

      Gurri duudes ni dhagaʼa.+

  • Isaayyaas 42:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Kanas kanan godhu, ati ija jaame akka bantuuf,+

      Isa hidhame mana hidhaa dukkana taʼe keessaa,

      Warra dukkana keessa taaʼanis mana hidhaatii akka baastuufi.+

  • Maarqos 8:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ammas harka isaa ija namichaa irra kaaʼe; namichis akka gaariitti ilaaluu jalqabe. Qaroon isaa waan isaaf deebiʼeef, wanta hunda adda baasee ilaaluu dandaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi