LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 8:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 ati bakka jireenyaa kee samii keessaa+ dhagaʼi; sabni lafa irraa hundi akkuma saba kee Israaʼel maqaa kee akka beekanii fi akka si sodaataniif,+ akkasumas maqaan kee mana ani ijaare kana irratti akka waamamu akka beekaniif, wanta namni biyya ormaa sun si kadhate hunda isaaf godhi.

  • Isaayyaas 56:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Gara gaara koo isa qulqulluutti nan geessa,+

      Mana kadhannaa koo keessattis isaan nan gammachiisa.

      Aarsaawwan isaanii warri guutummaatti gubamanii fi aarsaawwan isaanii warri kaan iddoo aarsaa koo irratti fudhatama ni argatu.

      Sababiin isaas, manni koo saboota hundumaatiif mana kadhannaa jedhama.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi