-
Iyyaasuu 23:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Kunoo, ani duʼuufan jedha;* waadaawwan gaggaarii Waaqni keessan Yihowaan isiniif gale hundumaa keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin akka hin hafne isin garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan akka gaariitti beektu. Hundi isaanii iyyuu isiniif raawwatamaniiru. Isaan keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+
-
-
Maatewos 24:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Samii fi lafti ni darbu; dubbiin koo garuu matumaa hin darbu.+
-