Maatewos 26:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Utuu nyaachaa jiranii, Yesuus maxinoo fuudhee erga eebbisee booda, caccabsee+ barattoota isaatiif kennuudhaan, “Fudhadhaa nyaadhaa. Kun foon koo argisiisa”+ isaaniin jedhe. Luqaas 22:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Akkasumas maxinoo+ fuudhee erga galateeffatee booda caccabsee isaaniif kennuudhaan, “Kun foon koo+ isa isiniif kennamu+ argisiisa. Kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa”+ jedhe. 1 Qorontos 11:23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Wantan Gooftaa irraa fudhadhe dabarsee isinitti kenneera; Gooftaa Yesuus galgala+ dabarfamee kennametti maxinoo fuudhee, 24 erga galateeffatee booda caccabsee, “Kun foon koo isa isiniif kennamu argisiisa.+ Kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa”+ jedhe.
26 Utuu nyaachaa jiranii, Yesuus maxinoo fuudhee erga eebbisee booda, caccabsee+ barattoota isaatiif kennuudhaan, “Fudhadhaa nyaadhaa. Kun foon koo argisiisa”+ isaaniin jedhe.
19 Akkasumas maxinoo+ fuudhee erga galateeffatee booda caccabsee isaaniif kennuudhaan, “Kun foon koo+ isa isiniif kennamu+ argisiisa. Kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa”+ jedhe.
23 Wantan Gooftaa irraa fudhadhe dabarsee isinitti kenneera; Gooftaa Yesuus galgala+ dabarfamee kennametti maxinoo fuudhee, 24 erga galateeffatee booda caccabsee, “Kun foon koo isa isiniif kennamu argisiisa.+ Kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa”+ jedhe.