LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Utuu nyaachaa jiranii, Yesuus maxinoo fuudhee erga eebbisee booda, caccabsee+ barattoota isaatiif kennuudhaan, “Fudhadhaa nyaadhaa. Kun foon koo argisiisa”+ isaaniin jedhe.

  • Maarqos 14:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Utuu nyaachaa jiranii, Yesuus maxinoo fuudhee eebbise; caccabsees isaaniif kennee, “Fudhadhaa, kun foon koo argisiisa”+ jedhe.

  • Roomaa 7:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu, yaa obboloota koo, isinis kan nama biraa,+ jechuunis kan isa duʼaa kaafame sanaa akka taataniif,+ karaa qaama Kiristoos Seerichaaf duutaniittu; kunis kan taʼe Waaqayyoof firii akka godhannuufi.+

  • 1 Qorontos 10:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Maxinoo tokkotu jira; kanaafuu, nuti hedduu yoo taane iyyuu maxinoo tokko irraa waan hirmaannuuf qaama tokko dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi