LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 13:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Yaa goraadee nana, tiksee koo irratti,+

      Namicha isa michuu koo taʼe irratti kaʼi.

      Tiksee sana rukuti, hoolonnis haa bittinnaaʼan;+

      Anis warra xixinnoo taʼan irratti harka koo nan kaasa.”

  • Maatewos 26:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis Yesuus akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta, tuutni hoolotaas ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, halkan kana hundi keessan sababii kootiin ni gufattu.

  • Yohaannis 16:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Saʼaatiin tokkoon tokkoon keessan kophaatti na dhiistanii gara mana mana keessaniitti itti faffacaatan ni dhufa; kunoo, ammuma iyyuu dhufeera.+ Taʼus, Abbaan anaa wajjin waan jiruuf, ani kophaa koo miti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi