LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sana booda barattoonni Yohaannis gara isaa dhufanii, “Nutii fi Fariisonni kan soomnu, barattoonni kee garuu kan hin soomne maaliifi?”+ jedhanii isa gaafatan. 15 Yeroo kanatti Yesuus akkana isaaniin jedhe: “Michoonni misirrichaa utuu misirrichi+ isaanii wajjin jiruu sababii itti gaddan qabuu? Garuu guyyaan misirrichi isaan irraa itti fudhatamu ni dhufa;+ isaan yeroo sana ni soomu.

  • Luqaas 5:33-35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Isaanis, “Barattoonni Yohaannisii fi barattoonni Fariisotaa yeroo baayʼee ni soomu, wawwaannaas ni dhiheessu; barattoonni kee garuu ni nyaatu, ni dhugus”+ isaan jedhan. 34 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Michoonni misirrichaa utuu misirrichi isaanii wajjin jiruu akka sooman gochuu ni dandeessuu? 35 Garuu guyyaan misirrichi+ isaan irraa itti fudhatamu ni dhufa; isaan guyyaa sanatti ni soomu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi