Baʼuu 23:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 “Oduu dhugaa hin taane hin babalʼisin.*+ Hamminaan ragaa baʼuudhaan nama hamaa hin deggerin.+ Baʼuu 23:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Himata* sobaa irraa fagaadhu; ani isa hamaa qajeelaa akka taʼetti waanan hin ilaalleef,*+ nama qulqulluu fi nama qajeelaa taʼe hin ajjeesin. Leewwota 19:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “‘Hin hatinaa;+ hin gowwoomsinaa;+ akkasumas wal hin sobinaa.
7 “Himata* sobaa irraa fagaadhu; ani isa hamaa qajeelaa akka taʼetti waanan hin ilaalleef,*+ nama qulqulluu fi nama qajeelaa taʼe hin ajjeesin.