LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Hoolaa tokko yoo qabaattanii fi hoolaan keessan sun guyyaa Sanbataatti boolla keessa yoo buute, isin keessaa namni harkisee achi keessaa hin baasne jiraa?+

  • Maarqos 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis, “Guyyaa Sanbataatti wanta gaarii gochuu moo wanta hamaa gochuu, lubbuu fayyisuu moo ajjeesuutu heyyamama?”+ isaaniin jedhe. Isaan garuu ni callisan.

  • Yohaannis 7:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Seerri Musee akka hin cabneef namni tokko guyyaa sanbataatti dhaqna kan qabatu erga taʼee, ani guyyaa sanbataatti+ nama tokko guutummaatti fayyisuu kootti maaliif akka malee natti aartu?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi