Maatewos 5:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Warri qajeelummaadhaaf jedhanii ariʼataman+ gammadoo dha; Mootummaan samii kan isaanii ti. 11 “Yommuu namoonni waaʼee kootiif jedhanii isin arrabsan,+ isin ariʼatanii+ fi sobaan wanta hamaa hundumaa isin irratti dubbatan gammadaa.+ Yohaannis 17:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani dubbii kee isaaniif kenneera; taʼus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan jibbe.+ 1 Pheexiros 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Haa taʼu malee, qajeelummaadhaaf jettanii rakkinni yoo isin irra gaʼe illee isin gammadoo dha.+ Taʼus wanta isaan sodaatan hin sodaatinaa,* akkasumas hin jeeqaminaa.+
10 “Warri qajeelummaadhaaf jedhanii ariʼataman+ gammadoo dha; Mootummaan samii kan isaanii ti. 11 “Yommuu namoonni waaʼee kootiif jedhanii isin arrabsan,+ isin ariʼatanii+ fi sobaan wanta hamaa hundumaa isin irratti dubbatan gammadaa.+
14 Ani dubbii kee isaaniif kenneera; taʼus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan jibbe.+
14 Haa taʼu malee, qajeelummaadhaaf jettanii rakkinni yoo isin irra gaʼe illee isin gammadoo dha.+ Taʼus wanta isaan sodaatan hin sodaatinaa,* akkasumas hin jeeqaminaa.+