LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 36:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isaan garuu hamma dheekkamsi Yihowaa saba isaa irratti dhufuttii+ fi hamma fayyinni isaaniif dhabamutti ergamtoota Waaqa dhugaatti ni qoosu,+ dubbii isaa ni tuffatu,+ raajota isaattis ni qoosu+ turan.

  • Maatewos 5:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Badhaasni isin samii irratti argattan+ guddaa waan taʼeef, gammadaa, ililchaas;+ isaan raajota isin dura turanis haaluma kanaan ariʼataniiru.+

  • Luqaas 11:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 “Isiniif wayyoo! Sababiin isaas, isin awwaalota* raajotaa ijaartu; kan isaan ajjeese garuu abbootii keessani.+

  • Hojii Ergamootaa 7:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Raajota keessaa kan abbootiin keessan utuu hin ariʼatin hafan isa kami?+ Eeyyee, isaan namoota inni qajeelaan+ inni isin dabarsitanii kennitanii fi ajjeestan sun akka dhufu dursanii dubbatan ajjeesaniiru;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi