LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 11:2-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Haa taʼu malee, Yohaannis mana hidhaa utuu jiruu+ waaʼee hojiiwwan Kiristoos yommuu dhagaʼu barattoota isaa ergee,+ 3 “Ati Isa Dhufuuf Jiru sana moo kan biraa eegnu?”+ jedhee isa gaafate. 4 Yesuusis deebisee akkana isaaniin jedhe: “Dhaqaatii wanta dhagaʼaa jirtanii fi argaa jirtan Yohaannisitti himaa:+ 5 Warri qaro dhabeeyyiin argaa jiru,+ warri naafatan deemaa jiru, warri dhukkuba nadaayiitiin qabaman+ fayyaa jiru, warri gurri isaanii duude dhagaʼaa jiru, warri duʼan duʼaa kaafamaa jiru; hiyyeeyyiidhaafis misiraachoon lallabamaa jira.+ 6 Namni anatti hin gufanne gammadaa dha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi