LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama:

      “Daandii Yihowaa qopheessaa!+

      Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+

  • Miilkiyaas 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Kunoo, ani ergamaa koo nan erga, innis na dura buʼee daandii ni qulqulleessa.*+ Gooftaa dhugaan inni isin barbaaddattan akkuma tasaa gara mana qulqullummaa isaa ni dhufa;+ ergamaan kakuu sanaa inni isin itti gammaddanis ni dhufa. Kunoo, inni dhugumaan ni dhufa” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

  • Luqaas 1:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Inni ilmaan Israaʼel keessaa namoota hedduu gara Waaqa isaanii Yihowaatti* ni deebisa.+ 17 Kana malees inni garaa abbootii gara ijoolleetti,+ namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf hafuuraa fi humna Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema;+ kunis namoota Yihowaadhaaf* qopheessuufi.”+

  • Yohaannis 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Innis, “Akkuma Isaayyaas raajichi dubbate, ani sagalee nama isa, ‘Daandii Yihowaa* wal qixxeessaa’+ jedhee lafa onaa keessaa iyyu sana dha”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi