LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Namni ana caalaa abbaa yookiin haadha isaa jaallatu kam iyyuu anaaf hin malu; namni ana caalaa ilma yookiin intala isaa jaallatu kam iyyuus anaaf hin malu.+

  • 1 Qorontos 9:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Warri dorgommii fiigichaa irra jiran hundi akka fiigan, taʼus badhaasicha kan argatu isa tokko qofa akka taʼe hin beektanii? Isinis badhaasicha akka argattaniif haaluma kanaan fiigaa.+

  • Filiphisiyus 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yaa obbolootaa, ani amma iyyuu akkan of harka galfadhe godhee hin yaadu; haa taʼu malee, waan tokko nan godha: Wantoota na duuba jiran irraanfadhee,+ wantoota fuula koo dura jiranitti nan hiixadha;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi