Efesoon 6:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Egaa, qabattoo dhugaatiin mudhii keessan hidhachuudhaan,+ uffata qomaa* qajeelinaa uffachuudhaan,+ 1 Pheexiros 1:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, sammuu keessan hojiidhaaf qopheessaa;+ dandeettii hubannaa keessanii eeggadhaa;+ abdii keessan gaarummaa guddaa yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatu isiniif kennamu sana irra kaaʼadhaa.
14 Egaa, qabattoo dhugaatiin mudhii keessan hidhachuudhaan,+ uffata qomaa* qajeelinaa uffachuudhaan,+
13 Kanaafuu, sammuu keessan hojiidhaaf qopheessaa;+ dandeettii hubannaa keessanii eeggadhaa;+ abdii keessan gaarummaa guddaa yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatu isiniif kennamu sana irra kaaʼadhaa.