LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Barsiisota seeraa fi Fariisota fakkeessitoota nana,+ isiniif wayyoo! Isin awwaala nooraa dibamee+ alli isaa bareeduu fi keessi isaa garuu lafee namoota duʼanii fi xuraaʼummaa akaakuu hundumaatiin guutame fakkaattu. 28 Alaan qajeelota fakkaattanii namootatti mulʼattu; keessi keessan garuu fakkeessaa fi hamminaan kan guutame dha.+

  • Luqaas 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo sanatti, namoonni kuma hedduutti lakkaaʼaman hamma wal irra ejjetanitti walitti qabaman; innis jalqaba barattoota isaatiin akkana jedhe: “Raacitii Fariisotaa, jechuunis fakkeessuu irraa of eeggadhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi