LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 11:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Namni badhaadhina isaatti amanamu ni kufa,+

      Qajeelonni garuu akkuma baala lalisaatti ni lalisu.+

  • Maatewos 19:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Achiis Yesuus barattoota isaatiin akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, Mootummaa samiitti galuun nama sooressa taʼeef rakkisaa dha.+

  • Maarqos 10:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuus naannoo isaa erga ilaalee booda barattoota isaatiin, “Namoota maallaqa qabaniif Mootummaa Waaqayyootti galuun akkam rakkisaa dha!”+ jedhe. 24 Barattoonni isaa garuu dubbiin isaa kun isaan dinqisiise. Achiis Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe: “Yaa ijoolle, Mootummaa Waaqayyootti galuun akkam rakkisaa dha!

  • 1 Ximotewos 6:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warri sooressa taʼuuf kutatanii kaʼan garuu qorumsaa fi kiyyoo+ keessatti kufu; kana malees hawwii hedduu faayidaa hin qabnee fi miidhaa geessisu, akkasumas badiisaa fi mancaʼiinsatti nama galchu keessatti kufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi