Faarfannaa 110:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera. Hojii Ergamootaa 2:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Daawit gara samiitti ol hin baane, garuu innumti iyyuu akkana jedheera: ‘Yihowaan* Gooftaa kootiin akkana jedheera: 35 “Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti mirga koo taaʼi.”’+
110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera.
34 Daawit gara samiitti ol hin baane, garuu innumti iyyuu akkana jedheera: ‘Yihowaan* Gooftaa kootiin akkana jedheera: 35 “Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti mirga koo taaʼi.”’+