LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Haa taʼu malee, dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni, Barbaan akka isaaniif hiikamu,+ Yesuus garuu akka ajjeefamu akka gaafatan uummaticha amansiisan.+ 21 Bulchaan sunis deebisee, “Lamaan isaanii keessaa eenyuun akkan isiniif hiiku barbaaddu?” isaaniin jedhe. Isaanis, “Barbaaniin” jedhan.

  • Maarqos 15:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Haa taʼu malee, dura buutonni lubootaa sun, Yesuusiin utuu hin taʼin, Barbaaniin akka isaaniif hiiku akka gaafatan uummaticha kakaasan.+

  • Yohaannis 18:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Isaan ammas, “Barbaaniin malee, namicha kana miti!” jedhanii iyyan. Barbaan saamtuu ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi