LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yoonaas 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yihowaanis Yoonaasiin akka liqimsuuf qurxummii guddaa tokko erge; Yoonaasis guyyaa sadii fi halkan sadiif garaa qurxummii sanaa keessa ture.+

  • Maatewos 16:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuus yeroo sanaa jalqabee, gara Yerusaalem dhaquu akka qabu, maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa dhiphina guddaa akka isa irra geessisan, akka ajjeefamuu fi guyyaa sadaffaatti duʼaa akka kaafamu+ barattoota isaatiif ibsuu jalqabe.

  • Maarqos 8:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Akkasumas, Ilmi namaa rakkinni hedduun akka isa irra gaʼu, maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa akka isa tuffatan, akka ajjeefamuu+ fi guyyaa sadii booda duʼaa akka kaʼu isaan barsiisuu jalqabe.+

  • Luqaas 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 itti dabalees, “Ilmi namaa rakkinni hedduun isa irra gaʼa; maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa isa tuffatu; akkasumas ni ajjeefama;+ guyyaa sadaffaatti immoo duʼaa ni kaafama”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi