LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:39, 40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Innis deebisee akkana isaaniin jedhe: “Dhaloonni hamaanii fi ejjaa taʼe* yeroo hunda mallattoo barbaada; taʼus mallattoo Yoonaas raajichaa malee mallattoo kan biraan isaaf hin kennamu.+ 40 Akkuma Yoonaas garaa qurxummii guddaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ture,+ Ilmi namaas garaa lafaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ni tura.+

  • Maatewos 16:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Dhaloonni hamaanii fi ejjaa taʼe* yeroo hunda mallattoo barbaada; taʼus mallattoo Yoonaas+ malee mallattoo kan biraan isaaf hin kennamu.”+ Sana booda Yesuus isaan dhiisee deeme.

  • Luqaas 11:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yommuu namoonni hedduun walitti qabaman akkana jedhee dubbachuu jalqabe: “Dhaloonni kun dhaloota hamaa dha; inni mallattoo kan barbaadu taʼus, mallattoo Yoonaas raajichaa malee mallattoo kan biraan isaaf hin kennamu.+ 30 Sababiin isaas, akkuma Yoonaas+ namoota Nanawweetiif mallattoo taʼe, Ilmi namaas dhaloota kanaaf mallattoo ni taʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi