-
Baʼuu 30:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “Aaronis+ ganama ganama yommuu ibsaawwan+ qopheessutti, iddoo aarsaa irratti+ akka aaruuf ixaana urgaaʼu achi irratti ni aarsa.+ 8 Aaron yeroo dimimmisaaʼutti* yommuu ibsaa ibsuttis ixaanicha haa aarsu. Kun guutummaa dhaloota keessanii keessatti aarsaa ixaanaa isa yeroo hunda Yihowaa duratti dhihaatu dha.
-