Yohaannis 5:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Abbaan Ilma ni jaallata,+ wanta ofii isaatii hojjetu hundas isatti argisiisa; akka isin dinqisiifattaniif inni hojiiwwan kana irra caalan iyyuu isatti ni argisiisa.+ Yohaannis 15:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkuma Abbaan na jaallate,+ anis isin jaalladheera; jaalala koo keessa jiraadhaa. 10 Akkuman ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.
20 Abbaan Ilma ni jaallata,+ wanta ofii isaatii hojjetu hundas isatti argisiisa; akka isin dinqisiifattaniif inni hojiiwwan kana irra caalan iyyuu isatti ni argisiisa.+
9 Akkuma Abbaan na jaallate,+ anis isin jaalladheera; jaalala koo keessa jiraadhaa. 10 Akkuman ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.