Yohaannis 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin taʼin, Waaqayyo Abbaa isaa+ akka taʼe dubbachuudhaan Waaqayyoo wajjin of qixxeesseera jedhanii waan yaadaniif+ Yihudoonni isa ajjeesuuf ittuma caalchisanii barbaaduu jalqaban.
18 Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin taʼin, Waaqayyo Abbaa isaa+ akka taʼe dubbachuudhaan Waaqayyoo wajjin of qixxeesseera jedhanii waan yaadaniif+ Yihudoonni isa ajjeesuuf ittuma caalchisanii barbaaduu jalqaban.