7 Taʼus, dhuguman isiniin jedha, ani kanan deemu faayidaa keessaniif jedheeni. Sababiin isaas, ani yoon deeme malee gargaaraan sun+ gara keessan hin dhufu; ani yoon deeme garuu, isa gara keessanitti nan erga.
17 ‘Waaqayyo akkana jedha: “Guyyoota dhumaatti, ani hafuura koo* foon kan taʼe hunda irratti nan dhangalaasa; ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa keessan raajii ni dubbatu; dargaggoonni keessan mulʼata ni argu; maanguddoonni keessanis abjuu ni abjuʼatu;+