LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis Yesuus akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta, tuutni hoolotaas ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, halkan kana hundi keessan sababii kootiin ni gufattu.

  • Maarqos 14:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta,+ hoolonnis ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, hundi keessan iyyuu ni gufattu.

  • Yohaannis 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ani tiksee gaarii dha;+ tiksee gaariin hoolota isaatiif jedhee lubbuu isaa dabarsee ni kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi