Lallaba 9:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban.
5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban.