Yohaannis 7:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Haa taʼu malee, inni kana kan dubbate waaʼee hafuura isa warri isatti amanan argachuuf jedhan sanaa ture; sababiin isaas, Yesuus amma iyyuu ulfina+ isaa waan hin gonfanneef, yeroo kanatti hafuurri hin kennamne ture.+
39 Haa taʼu malee, inni kana kan dubbate waaʼee hafuura isa warri isatti amanan argachuuf jedhan sanaa ture; sababiin isaas, Yesuus amma iyyuu ulfina+ isaa waan hin gonfanneef, yeroo kanatti hafuurri hin kennamne ture.+