LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 12:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Barattoonni isaa jalqaba irratti wantoota kana hin hubanne turan; yommuu Yesuus ulfina argatu garuu,+ wantoonni kun waaʼee isaa akka barreeffamanii fi isaanis wantootuma kana akka isaaf godhan yaadatan.+

  • Yohaannis 13:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yommuu inni gad baʼus Yesuus akkana jedhe: “Amma Ilmi namaa ulfina argateera;+ Waaqayyos karaa isaa ulfina argateera. 32 Waaqayyo ofuma isaatii ulfina isaaf ni kenna;+ inni yeruma sana ulfina isaaf ni kenna.

  • 1 Ximotewos 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Dhuguma iyyuu, iccitii qulqulluun Waaqayyoof buluu kun shakkii tokko malee guddaa dha: ‘Inni fooniin akka mulʼatu godhame,+ hafuuraan qajeelaa akka taʼe dubbatame,+ maleekotatti mulʼate,+ waaʼeen isaa saboota gidduutti lallabame,+ addunyaa keessatti itti amaname,+ akkasumas ulfinaan ol fudhatame.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi