LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 10:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Anumatu ofii kootiin kakaʼee lubbuu koo dabarsee kenna malee, eenyu iyyuu ana irraa hin fudhatu. Ani lubbuu koo dabarsee kennuuf aangoo qaba, deebisee fudhachuufis aangoo qaba.+ Ajaja kana Abbaa koo irraan fudhadhe.”

  • Yohaannis 12:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Sababiin isaas, wantan jedhuu fi wantan dubbadhu Abbaa isa na erge sanatu na ajaje malee, ani ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne.+

  • Yohaannis 15:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Akkuman ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.

  • Filiphisiyus 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees, yeroo nama taʼee dhufe,* gad of qabuudhaan hamma duʼutti, jechuunis hamma muka dhiphinaa* irratti fannifamee duʼutti+ ajajamaa taʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi