Maatewos 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Bara sanatti Yohaannis+ Cuuphaan lafa onaa Yihudaa keessatti lallabaa+ dhufe; Luqaas 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 bara Haannaasii fi Qayyaafaan+ dura buutota lubootaa turanitti, dubbiin Waaqayyoo lafa onaa+ keessatti gara Yohaannis+ ilma Zakkaariyaas ni dhufe.
2 bara Haannaasii fi Qayyaafaan+ dura buutota lubootaa turanitti, dubbiin Waaqayyoo lafa onaa+ keessatti gara Yohaannis+ ilma Zakkaariyaas ni dhufe.