LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Muka irratti erga isa fannisanii boodas, carraa buufatanii uffatawwan isaa warra inni irratti uffatu hiratan;+

  • Maarqos 15:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Muka irratti erga isa fannisanii boodas, eenyu isa kam akka fudhatu murteessuuf carraa buufatanii uffatawwan isaa warra inni irratti uffatu hiratan.+

  • Luqaas 23:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yesuus garuu, “Yaa Abbaa, isaan wanta gochaa jiran waan hin beekneef dhiifama isaaniif godhi” jedhe. Kana malees, isaan uffata isaa hirachuuf carraa buufatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi