Hojii Ergamootaa 2:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Kanaafuu, namoonni dubbii isaa gammachuudhaan fudhatan ni cuuphaman;+ guyyaa sanatti namoonni* gara 3,000 taʼan ni dabalaman.+ Hojii Ergamootaa 6:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaan kan kaʼes, dubbiin Waaqayyoo babalʼachuu isaa itti fufe,+ lakkoofsi barattootaa Yerusaalemitti baayʼee dabalaa deeme;+ luboonni hedduunis amantoota taʼan.+
41 Kanaafuu, namoonni dubbii isaa gammachuudhaan fudhatan ni cuuphaman;+ guyyaa sanatti namoonni* gara 3,000 taʼan ni dabalaman.+
7 Kanaan kan kaʼes, dubbiin Waaqayyoo babalʼachuu isaa itti fufe,+ lakkoofsi barattootaa Yerusaalemitti baayʼee dabalaa deeme;+ luboonni hedduunis amantoota taʼan.+