Isaayyaas 53:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada. Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiinNamoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+Yakka isaaniis ni baata.+ Yohaannis 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Seerichi karaa Musee kenname;+ gaarummaa guddaanii+ fi dhugaan kun immoo karaa Yesuus Kiristoos dhufe.+
11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada. Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiinNamoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+Yakka isaaniis ni baata.+
17 Seerichi karaa Musee kenname;+ gaarummaa guddaanii+ fi dhugaan kun immoo karaa Yesuus Kiristoos dhufe.+