-
2 Mootota 4:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Eelsaaʼi yommuu manatti seenu, mucichi duʼee siree isaa irra ciisee ture.+
-
-
2 Mootota 4:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Achiis siree sana irra baʼee mucicha irra ciise; afaan isaa afaan mucichaatti, ija isaa ija mucichaatti, barruu isaas barruu mucichaatti qadaadee isa irratti gad jedhe; sana booda qaamni mucichaa hoʼuu jalqabe.+
-