Maarqos 1:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yohaannis erga hidhamee booda, Yesuus misiraachoo Waaqayyoo lallabaa+ gara Galiilaa dhaqe;+ 15 Inni, “Yeroon murteeffame gaʼeera; Mootummaan Waaqayyoos dhihaateera. Kanaafuu, yaada geddaradhaa;+ misiraachichattis amanaa” jedha ture.
14 Yohaannis erga hidhamee booda, Yesuus misiraachoo Waaqayyoo lallabaa+ gara Galiilaa dhaqe;+ 15 Inni, “Yeroon murteeffame gaʼeera; Mootummaan Waaqayyoos dhihaateera. Kanaafuu, yaada geddaradhaa;+ misiraachichattis amanaa” jedha ture.