LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Yommuu namoonni waaʼee kootiif jedhanii isin arrabsan,+ isin ariʼatanii+ fi sobaan wanta hamaa hundumaa isin irratti dubbatan gammadaa.+

  • Hojii Ergamootaa 16:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Gara bulchitoota magaalattiitti isaan geessanii akkana jedhan: “Namoonni kun magaalaa keenya akka malee jeeqaa jiru.+ Isaan Yihudoota yommuu taʼan, 21 nuti namoota Roomaa taanee utuu jirruu aadaa akka fudhannus taʼe akka ittiin jiraannu nuuf hin heyyamamne labsaa jiru.”

  • Hojii Ergamootaa 17:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yommuu isaaniin dhabanis Yaasonii fi obboloota tokko tokko lafa irra harkisanii gara bulchitoota magaalattiitti geessuudhaan akkana jedhanii iyyan: “Namoonni guutummaa lafaa jeeqaa jiran kun, kunoo asis dhufaniiru;+ 7 Yaasonis keessummummaa isaan simateera. Namoonni kun hundi, ‘Mootiin Yesuus jedhamu kan biraan jira’ jedhanii wanta seera Qeesaariin mormu gochaa jiru.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi