LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 4:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, waadaan sun amantii irraa argame; kunis kan taʼe, waadaan sun gaarummaa guddaa irratti kan hundaaʼe akka taʼuu+ fi sanyii isaa hundumaaf,+ jechuunis warra Seericha cimsanii hordofaniif qofa utuu hin taʼin, warra amantii Abrahaam isa abbaa hunda keenyaa taʼe cimsanii hordofaniifis kan mirkanaaʼe akka taʼuufi.+

  • Galaatiyaa 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ilmaan Abrahaam kan taʼan warra amantiidhaan jiraatan akka taʼan akka gaariitti beektu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi