LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 4:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Amantii utuu dhaqna hin qabatin argisiiseen, dhaqna qabaa isa mallattoo qajeelinaa+ taʼe akka chaappaatti* fudhate; akka kanaan, namoota utuu dhaqna hin qabatin amantii isaaniitiin qajeeloo akka taʼanitti lakkaaʼaman hundumaaf abbaa taʼe;+ 12 inni sanyii isaa warra dhaqna qabataniifis abbaa dha; taʼus, warra dhaqna qabaa cimsanii hordofan qofaaf utuu hin taʼin, warra amantii abbaan keenya Abrahaam+ utuu dhaqna hin qabatin argisiise sana akka gaariitti hordofan hundumaatiif abbaa dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi