Roomaa 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Amantii utuu dhaqna hin qabatin argisiiseen, dhaqna qabaa isa mallattoo qajeelinaa+ taʼe akka chaappaatti* fudhate; akka kanaan, namoota utuu dhaqna hin qabatin amantii isaaniitiin qajeeloo akka taʼanitti lakkaaʼaman hundumaaf abbaa taʼe;+
11 Amantii utuu dhaqna hin qabatin argisiiseen, dhaqna qabaa isa mallattoo qajeelinaa+ taʼe akka chaappaatti* fudhate; akka kanaan, namoota utuu dhaqna hin qabatin amantii isaaniitiin qajeeloo akka taʼanitti lakkaaʼaman hundumaaf abbaa taʼe;+