LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Abrahaamii fi Saaraan dulloomanii, umuriin isaaniis sokkee ture.+ Umuriin Saaraan mucaa itti daʼuu dandeessus darbee ture.*+

  • Ibroota 11:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Saaraan umuriin dhala godhachuu itti dandeessu kan darbe taʼus, ulfaaʼuuf* amantiidhaan humna argatte;+ ishiin inni waadaa gale sun amanamaa taʼuu isaa yaaddee turte. 12 Kanaan kan kaʼes, nama akka duʼetti lakkaaʼamu+ tokko irraa, ijoolleen akka urjiilee samii lakkoofsi isaanii baayʼee taʼee fi akka cirracha qarqara galaanaa lakkaaʼamuu hin dandeenye+ dhalataniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi