Isaayyaas 53:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada. Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiinNamoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+Yakka isaaniis ni baata.+ Maatewos 20:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”
11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada. Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiinNamoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+Yakka isaaniis ni baata.+
28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”