Qolosaayis 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 namummaa haaraa isa akka fakkaattii uumaa isaatti+ beekumsa sirriidhaan haareffamaa deemu sana uffadhaa;+ 1 Yohaannis 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Nuti obboloota keenya waan jaallannuuf,+ duʼa irraa gara jireenyaatti akka darbine beekna.+ Namni jaalala hin qabne duʼa keessa jiraata.+
10 namummaa haaraa isa akka fakkaattii uumaa isaatti+ beekumsa sirriidhaan haareffamaa deemu sana uffadhaa;+
14 Nuti obboloota keenya waan jaallannuuf,+ duʼa irraa gara jireenyaatti akka darbine beekna.+ Namni jaalala hin qabne duʼa keessa jiraata.+