LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Waaqayyo wantoota kana karaa hafuura isaa+ nutti mulʼiseera;+ sababiin isaas, hafuurri wantoota hundumaa, jechuunis wantoota Waaqayyoo warra gad fagoo taʼan illee ni qora.+

  • 1 Qorontos 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Nuti wantoota Waaqayyo gaarummaadhaan nuu kenne beekuu akka dandeenyuuf, hafuura addunyaa utuu hin taʼin, hafuura isa kan Waaqayyoo fudhanne.+

  • 2 Qorontos 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kana malees, inni chaappaa isaa nu irratti godheera;+ akkasumas hafuura+ isa wanta dhufu sanaaf qabdii taʼe garaa keenya keessa nuuf kaaʼeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi