-
1 Qorontos 9:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Warra dadhaboo taʼan gargaaruuf, warra dadhaboo taʼaniif dadhabaan taʼe.+ Hamma naaf dandaʼame namoota muraasa oolchuuf, akaakuu namootaa hundumaatiif waan hundumaa nan taʼe.
-