32 Yihudootattis taʼe Giriikotatti, akkasumas gumii Waaqayyootti gufuu taʼuu irraa of qusadhaa;+ 33 ani wanta hundumaa irratti faayidaa ofii kootii utuu hin taʼin faayidaa namoota kaaniin barbaada;+ kanas kanan godhu akka isaan fayyaniif namoota hundumaa gammachiisuufi.+