Roomaa 15:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Tokkoon tokkoon keenya wanta gaarii isaaniif goonee isaan ijaaruudhaan warra kaan haa gammachiisnu.+ Filiphisiyus 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 faayidaa warra kaaniis yaadaa+ malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.+
2 Tokkoon tokkoon keenya wanta gaarii isaaniif goonee isaan ijaaruudhaan warra kaan haa gammachiisnu.+