LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 10:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Yihudootattis taʼe Giriikotatti, akkasumas gumii Waaqayyootti gufuu taʼuu irraa of qusadhaa;+ 33 ani wanta hundumaa irratti faayidaa ofii kootii utuu hin taʼin faayidaa namoota kaaniin barbaada;+ kanas kanan godhu akka isaan fayyaniif namoota hundumaa gammachiisuufi.+

  • 1 Qorontos 13:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Jaalalli+ ni obsa,+ gaarummaas ni argisiisa.+ Jaalalli hin hinaafu.+ Jaalalli of hin jaju, of hin bokoksu,+ 5 amala naamusaan ala taʼe* hin argisiisu,+ faayidaa mataa isaa qofa hin barbaadu,+ hin aaru.+ Miidhaa isa irra gaʼe* galmeessee hin qabatu.+

  • Filiphisiyus 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 faayidaa warra kaaniis yaadaa+ malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi