Yohaannis 8:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Isaanis deebisanii, “Abbaan keenya Abrahaami” isaan jedhan. Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Isin ijoollee Abrahaam+ utuu taatanii, hojii Abrahaam hojjettu turtan. Mulʼata 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 ‘Ani rakkina kee fi hiyyummaa kee beeka, garuu ati sooressa dha;+ akkasumas dubbii arrabsoo warri utuu Yihudoota hin taʼin Yihudoota ofiin jedhanii fi mana sagadaa Seexanaa+ taʼan dubbatan beeka.
39 Isaanis deebisanii, “Abbaan keenya Abrahaami” isaan jedhan. Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Isin ijoollee Abrahaam+ utuu taatanii, hojii Abrahaam hojjettu turtan.
9 ‘Ani rakkina kee fi hiyyummaa kee beeka, garuu ati sooressa dha;+ akkasumas dubbii arrabsoo warri utuu Yihudoota hin taʼin Yihudoota ofiin jedhanii fi mana sagadaa Seexanaa+ taʼan dubbatan beeka.