LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 kanaa mannaa, karaa hundumaan akka tajaajiltoota Waaqayyootti of dhiheessina;+ kanas kan goonu, jabaannee dhaabbachuudhaan, rakkinaan, dhabaan, haalawwan rakkisoo taʼaniin,+

  • 2 Qorontos 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 akka gaddinetti ilaalamna, garuu yeroo hunda ni gammanna; akka hiyyeeyyiitti ilaalamna, garuu namoota hedduu sooreyyii goona; akka homaa hin qabnetti ilaalamna, garuu waan hundumaa qabna.+

  • 1 Ximotewos 6:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Wanta gaarii akka hojjetan, hojii gaariidhaan badhaadhota akka taʼan, arjoota akka taʼanii fi warra kaaniif hiruuf qophaaʼoo akka taʼan,+ 19 akkasumas jireenya isa dhugaa jabeessanii qabachuu+ akka dandaʼaniif, ofii isaaniitiif qabeenya Waaqayyo biraa argamu walitti qabachuudhaan gara fuulduraatiif buʼuura gaarii akka kaaʼatan+ itti himi.

  • Yaaqoob 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yaa obboloota koo jaallatamo, mee dhaggeeffadhaa. Waaqayyo amantiidhaan sooressota akka taʼanii+ fi Mootummaa isa inni warra isa jaallataniif waadaa gale+ akka dhaalaniif, namoota akka ilaalcha addunyaatti hiyyeeyyii taʼan hin filannee?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi